[Intro]
Uuuuuuuuuuuu uuuuuuuu uuuuuu
Maaloo maaloo eenyuutti himanna
Eenyuutti himanna seexanamoo Namatu biyya bulchaa
Maaloo natti himaa yeroo Dhalli namaa misaayeliin dhumu,
dhiigni namaa akka lolaatti dhangalahu waaqayyo hindhagahuu
[Verse 1]
uuuuuhh... eenyuutti himanna, Eenyuutti himanna
Misaayelaaf boombiin gaafa namni dhumu
Dhiigni dhala namaa garmalee dhangalahu
Dhaabbadhee ilaaluu hin danda'u
Hawwaasni Kun maal balleesse, maali dogongorrisaasi yeroo du'u mana saatti
[Chorus]
Yesuus furmaata kenni lubbuu nama keetiif
Du'aan Lafa guute du'aan Lafa guute
Yaa rabbi ilaali lubbuu nama keetii
Kan kana barreessee gammee magarsaati
[Verse 2]
Gammee magarsaati
Bakki DHALOOTA koo Wallagga lixaatii magaalaa Biilaati
Warra wal ajjeesuuf martuu kadhadhaafi
Wal ajjeesuun haadhaabatu nurraati, Haadhaabatu nurraati
[Bridge]
Maaloo eenyuutti himanna, Eenyuutti himanna
Namni du’aaf dinqisuu dhaba malee
[Chorus]
Yesuus furmaata kenni lubbuu nama keetiif
Du'aan Lafa guute du'aan Lafa guute
Yaa rabbi ilaali lubbuu nama keetii
Kan kana barreessee gammee magarsaati
[Outro]
Ya rabbi, ilaali lubbuu nama keetii
Gammee magarsaati, mee qaamaaf hidhadhu
Amina