[Intro]
[Verse 1]
Maaluma rakkattee silkiillee cufattee baddee dhabamtee fagaattee biyyaa baateemoo moo heerumtee na dagattee na irranfattee mee naaf himii jalaatoo
Akkamiin dandeesse na obsitee
[Verse 2]
Essaa jirtaa dhugaa essaa jirtaa michuu
Simaalee jiruun too hin qabduu gammachuu
Yaaa azeebaa kichuu
[Chorus]
Facebook arras silaalee sin garree hin jirtuu
Imoorraas si laalee sin garree hin jirtuu
Wasaphii moo Instagram ii
Moo vibarrii moo gandaa telegram ii
Essaattin si argaa hawwii too
Teeysoo tee naaaf himii
[Verse 3]
Essaattin si argaa hawwii too
Teeysoo tee naaaf himii
[Bridge]
Dubbii garaa keessa jirtu cirrachuu irraa hin baaftu
Si haadha yaa jaalallee, si garagalchuun ani hin jijjiiramu
[Chorus]
Facebook arras silaalee sin garree hin jirtuu
Imoorraas si laalee sin garree hin jirtuu
Wasaphii moo Instagram ii
Moo vibarrii moo gandaa telegram ii
Essaattin si argaa hawwii too
Teeysoo tee naaaf himii
[Outro]
Haa ta’u malee shubbisuun koo siif deebii qaba
Yaadduu naaf himi, yaa jaalallee