[Verse]
itti qabsiisii
aabidda afuuraa
arrabnisaayyuu
waalitti guuraa
[Chorus]
an nan burraaqaa nattii tolee
Diinakoo yesuustu naa lolee
an nan burraaqaa nattii tolee
[Verse]
diina koo uesuustu naa lolee
an nan burraaqaa nattii tolee
diina koo uesuustu naa lolee
an nan burraaqaa nattii tolee
[Chorus]
an nan burraaqaa nattii tolee
Diinakoo yesuustu naa lolee
an nan burraaqaa nattii tolee
[Outro]
Galata Yesuusuu