[Intro]
Ijaayee koo ijaayeekoo ijitti akkitti si jaalladhuu
Beektaa
Siif laadha onnee koo
[Verse]
Mee akkam na gootaa
Yaada keen of qotaa
Qofaa narra balleessiteeee
Qofaati na deebiste
Maali mee badiin koo
[Chorus]
Ijaayee koo, ijaayee koo
Hin danda'uu qofaa koo
Sagaleen koo ol ka’ee
Jaalala keef iyaaa
[Verse]
Maali falii koo anoo miidhamee
Ani si jaallachuun koo ta’ee moo chubbuu
Anoo yaadakee danda’ee hin obsuu
Akka karoora koof yaada waan hedduu
[Bridge]
Taate qofaa qalbii koo
Ijaayee koo ijaayee koo
Ijuu kooo ijuuko
Maqaan kee na duraa hin baduu
Of fulduraa si ilaala
Onnee kiyyaa halaala
[Outro]
Ijaayee koo ijuu kiyyaa ijaaaaaaa