[Intro]
Ganamas galgalaas silkiin sii cufumaa
Dawwaloo daadhabee argachuu gonkumaa rakkoo
[Verse 1]
Maluma rakkattee silkiillee cufattee
Baddee dhabamtee fagaattee biyyaa baateemoo
Heerumtee na dagattee na irranfattee
Mee akkami dandeesse naa obsitee naa himii
Mei naaf himii, essaa bakki jirtu
[Chorus]
Naaf himii, naaf himii, essaa bakki jirtu
Facebook arras silaalee sin garree hin jirtuu
Imoorraas si laalee sin garree hin jirtuu
Wasaphiirraa moo Tiktokirraa jirtaa essaa bakki jirtu
[Verse 2]
Vibariirraas si laalee sin garree hin jirtuu
Instagramiirras si laalee sin garree hin jirtuu
Telegramirraa moo hawwii too essaattin si argaa
Ilalli ati ganamaaf boqonnaa hin qabdu
[Chorus]
Naaf himii, naaf himii, essaa bakki jirtu
Facebook arras silaalee sin garree hin jirtuu
Imoorraas si laalee sin garree hin jirtuu
Wasaphiirraa moo Tiktokirraa jirtaa essaa bakki jirtu
[Bridge]
Yaa garaa na dhiichisaa, yeroo keenya meeqatti
Sammuun keenya walii dhaga’u, ifa baasa garaa keenya
[Chorus]
Naaf himii, naaf himii, essaa bakki jirtu
Facebook arras silaalee sin garree hin jirtuu
Imoorraas si laalee sin garree hin jirtuu
Wasaphiirraa moo Tiktokirraa jirtaa essaa bakki jirtu
[Outro]
Telegramirraa moo hawwii too essaattin si argaa
Galfii galgalaas silkiin sii cufumaa, dawwalee daadhabee argachuu