Duutikee du a leencaa
Wanta hundaa ni dandeechaa
Si galaafate gadheen
Isheen duuban deemtuu
Isheen lusaa barte
Kunoo si galaafatte
Kichuutti cabde osoo burraaqtee hin quufini
Nagaan boqadhu boolla kee yaa guutu dadhini
Nagaan boqadhu boolla kee yaa guutu dadhini