[Intro]
Itti qabsiisii, afuura nu gargaaru
[Verse 1]
Itti qansiisii, aabidda afuuraa
Arrabnisaayyuu waalitti guuraa
An nan burraaqaa nattii tolee
Diinakoo Yesuustu naa lolee
[Chorus]
An nan burraaqaa nattii tolee
Diina koo Yesuustu naa lolee
[Verse 2]
Ifa Waaqayyoo nuuf bultii
Nyaata jireenyaan nu guutii
An nan burraaqaa nattii tolee
Diina koo Yesuustu naa lolee
[Chorus]
An nan burraaqaa nattii tolee
Diina koo Yesuustu naa lolee
[Outro]
Nagaatiin nu eegi Yesuus