[Intro]
Maali hafuuun kee sa essaa oltee osoon si eguu
[Verse 1]
Barcaa qopheessee eenyuu si waamee beeksisa baasee
Tanaafiin aaree jimaaa facaase tanaafiin aaree jimaaa facaase
Essaa oltee garuu wajjiin oollaa duruu akkamiin mirqaantee
Walmirqaannaa duruu an garuu jimaamiii
[Chorus]
Si taniin mirqaanuu ofbiraa si dhaabee waslaanuun mirqaanuu
Uuww maal waayyaa maal waayyaa an qaama'ee koophaa kiyyaa
Itti ciree jimaa kiyyaa mirqaanaan dhabee bar yaa michuu tiyyaa
[Verse 2]
Ani garuu jimaamiii mii si taniin mirqaanuu ofbiraa si dhaabee
Waslaanuun mirqaanuu
[Chorus]
Si taniin mirqaanuu ofbiraa si dhaabee waslaanuun mirqaanuu
Uuww maal waayyaa maal waayyaa an qaama'ee koophaa kiyyaa
Itti ciree jimaa kiyyaa mirqaanaan dhabee bar yaa michuu tiyyaa
[Bridge]
Yoo siif tahe, siif dhale, garaa koo keessaa bahee
Haqiiqa jaalalaa, garuu firii ittiin yaaddoo
[Chorus]
Si taniin mirqaanuu ofbiraa si dhaabee waslaanuun mirqaanuu
Uuww maal waayyaa maal waayyaa an qaama'ee koophaa kiyyaa
Itti ciree jimaa kiyyaa mirqaanaan dhabee bar yaa michuu tiyyaa
[Outro]
Maali hafuuun kee sa essaa oltee osoon si eguu
Michuu tiyyaa, waliin dhaabnee mirqaanaachuu