[Intro]
Yaadakee natti qubate, qalbiin koo dukkana keessa
Siin boonaa yeroo hundaa, ati naaf jirta
[Verse 1]
Siifuu yaa intala fayyisaa, jaalala keetiin miidhamee
Akkamitti callisaa? nattii boonuun keetiif gatii hin qabu
Yaada keeti malee dhibee biraa qabuu
Yaanni keeti na raakee, halkanis hirriba naaf hin laatuu
[Chorus]
Siin yaaduun ulfaata, qalbiin koo hurrii hin qabu
Halkan guutuu si yaada, rafuu hin dandeenye
Jaalalli kee naaf harka laata, fuula koo keessatti hafee
[Verse 2]
Badeen dhufa suudii Arabiyyaa, natti ilaallata ati natti qabduu
Ani si bira nafuu, garaa koo si yaadee
Dammaami mo riyaadi, iddoon ati jirtuu naaf himi
Sibiraa dhufuufanii, iddoon naaf hin nimtuu
[Chorus]
Siin yaaduun ulfaata, qalbiin koo hurrii hin qabu
Halkan guutuu si yaada, rafuu hin dandeenye
Jaalalli kee naaf harka laata, fuula koo keessatti hafee
[Outro]
Si wajjin jiraachuu barbaada, yaanni kee garaa koo tiksaa munaalizaa munaa nashiilee