[Verse 1]
Maali hafuuun kee sa essaa oltee
Osoon si eguu barcaa qopheessee
Eenyuu si waamee beeksisa baasee
Tanaafiin aaree jimaaa facaase
Tanaafiin aaree jimaaa facaase
[Chorus]
Essaa oltee garuu
Wajjiin oollaa duruu
Akkamiin mirqaantee walmirqaannaa duruu
An garuu jimaamiii SI taniin mirqaanuu
Ofbiraa si dhaabee waslaanuun mirqaanuu
An garuu jimaamiii SI taniin mirqaanuu
Ofbiraa si dhaabee waslaanuun mirqaanuu
[Verse 2]
Uuuuwww maal waayyaa maal waayyaa
Itti ciree jimaa kiyyaa
Anqama'e koophaa kiyyaa
Mirqaanaan dhabee bar yaa michuu tiyyaa
Uuuuwww maal waayyaa maal waayyaa
Anqama'e koophaa kiyyaa
Itti ciree jimaa kiyyaa
Mirqaanaan dhabee bar yaa michuu tiyyaa
[Outro]