[Intro]
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne haadha koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
[Verse 1]
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne aayyoo koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
[Chorus]
Rakkattusi Rabbiin jirraa
Beeloftus obsii taa'ii
Ani mucaan kee nagaadhaa
Haadha koo nan yaadinii
[Verse 2]
Rakkattusi Rabbiin jirraa
Beeloftus obsii taa'ii
Ani mucaan kee nagaadhaa
Haadha koo nan yaadinii
[Chorus]
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne aayyoo koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
[Verse 3]
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne giiftii too
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
[Bridge]
Imimmaan kee gaafasii
Yommuu naa gaggeessituu
Deessee guddiftee na dhaabdee
Haadha koo attam sii ta'uu
Imimmaan kee gaafasii
Yommuu naa gaggeessituu
Deessee guddiftee na dhaabdee
Haadha koo attam sii ta'uu
[Chorus]
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin
[Outro]