Karaa biraatin.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Bu'uraallee misoomaa kan bishaani fi kan buufata faayyaa nuf hin dhiheysine hanga ammatti
Namni kenyaa yoo dhukubsatee
Mana buufata faayyaa Naannoo Somalee deema nuti Gootummaa Seenaa hojjanne mootummaa naannoo Nun beyne ilaa hanga amma rakkoo hamma keessa dabaree malee
Kan amma keessa jiru kana Fala itti kennuu qaba osoo dhiigni hin dhangalaane osoo lubbuun nama hin darbinee Furmaata itti kennuu qaban.
Yaa Abbaa Haqaa
Yaa Rabbii Tokkichaa
Dhugaa jirtu ni agarta ni dhagessa
Nuu baasi haqaa kenyaa
Nu abbomsii lafa tenyaa irraati
Si kadhaana Yaa Allah
Dubbiin lafa dubbii lafeti
Dubbiin oromumma dhiigaa
Lafti Daangaa Oromiyaa samamu hin qabdu humna Somaleetin
Ummaata Godina harargee bahaa Aannaa midhaaga tolaa Arraada salaama irraa gabaasame Akkuma Asiin dura gabaasa tureti Ergaan kiya Lafa oromoo tan walaaljallee tiya humnanin fudhaadha ja'a akka waraabesati iddoo galgala tokko irraa milkaa'e sagal itti agabaa jatee oromoon kanafuu akkana karaan walaaljallee deema jirus kana kunoo kanaafu walif birmadha Oromumma jecha midhama jira Diina walakka tenyeeti waluman diinaa ofirra ha ittifnuu oromonii hundinu bakka jiru wal bira ha dhabanu nuti ilmaan Abbaa Gadaan Gadaa Tokkummaan injifannoo galmeesisani haa tokkomnuu yaa jarana.
Gosti walaaljallee ja'amtuu tuni sirnaa mootummaa TPLF Biyyaatti bulchaa tureti lafa Oromiyaa samuuf karoora mootummaan tplf tumen Lafaa Daangaa Oromiyaa Godina harargee bahaa Aannaa midhaaga tolaa Arraada salaama Sama ture kunoo itti dhihadha ilalaa.