[Intro]
Hin dhabamne amalli Sammuu Nama miidhuu
Manni hin jirree baannaan maaliin hidhuu
[Verse 1]
Qiimii yaadannaa haalkan ciisnee
Dhukkubsannuu qaamaanis boqochuu dhiisnee
Hirriba gahaa rafuu dhiisuu
Yaadanne qiimii halkan ciisuu
Osoo dhukkubsannuu dhiisnee boqochuu
Deemani ilaaltu biraaan dhaqachuu
[Pre-Chorus]
Kaasee ooloo namni qabuu sagalee
Sammuu isaatiin hojjachuu barana eegallee
[Chorus]
Amanuuf gurraan dhageesuuttii Akki jahaamee mirkaneessuttii
[Verse 2]
Barbaadanii kitaaba keessaa gaafa durii raziqaa
Barana immoo baasuf jechuu egalan muziqaa
Laalii bareedina miciyyoo haalaan xiqqaatte biyyoo
Amaanuu eegalii Alamaayyoo
Halkan hirriba raftee yaadaan lakkoytaa daqiiqaa
Dhagahuu qabda arra
Baasuuf guuyyaadhaan muuziqaa
Tuffii dhiisii gurbbaa dhagahii nama xiqqaa
[Bridge]
Jahaanii barana bareedde miciyyoof baasan maqaa
Saayibni kiyyas shantamaa qaalahuu eegaluun saddeetamaa
Rafeen daqiiqaa sagaltamaa
Saayibnin qabuu shantamaa haaftee biyyitii
Addunyaa duura hin baanee halkantu dhufee
Dubbiin jahaa
[Chorus]
Amanuuf gurraan dhageesuuttii Akki jahaamee mirkaneessuttii
[Outro]
Gaafa jalqabuun, shantamaa, jaarraa tokkoo
Haqa dhugaa irraa kacuu hin oolu
Sammuu keenya deebisnee faaruu
Hedduu kan yaadnu hin dagannu