[Verse 1]
Ganamas galgalaas silkiin sii chufumaa silkiin sii cufumaa
dawwal ee daadhabee argachuu gonkumaa rakkoo addaati
moo rakkoon nitorkuma rakkoon nitorkumaa 2
Maluma rakkattee silkiillee cufattee
Baddee dhabamtee
Naa irranfattee
fagaatee biyyaa baateemoo moo heerumtee na dagattee na irranfattee moo
[Chorus]
Mee akkamiin dandeesse naa obsitee
Essaa urjii jirtaa
Essaa jirtaa
Maalif yaadaan
Qalbii tiyyaa hirtaa
[Verse 2]
Facebook arras silaalee sin garree hin jirtuu
Emorras si laalee sin garree hin jirtuu
Wasaphii rraa moo Tiktokirraa jirtaa
Mee yaa hawwii too essaattin si argaa
Vibariirraas si laalee sin garree hin jirtuu
Instagramiirras si laalee sin garree hin jirtuu
Telegramirraa moo mee naaf himii mee essaattin si argaa
[Chorus]
Mee akkamiin dandeesse naa obsitee
Essaa urjii jirtaa
Essaa jirtaa
Maalif yaadaan
Qalbii tiyyaa hirtaa
[Bridge]
Yaadni kee laaftuu, yaadni kee hin hafu
Galgalaaf guyyaa hundumaa si yaadadha
[Chorus]
Mee akkamiin dandeesse naa obsitee
Essaa urjii jirtaa
Essaa jirtaa
Maalif yaadaan
Qalbii tiyyaa hirtaa
[Outro]
Silaalata si arguu barbaadaa, si arguu malee hin dhiqaa
Keessa koo jirtuun ammatti naaf jiraa