[Intro]
[Verse 1]
Stop killing our people, hear the pleas in the night
Stop destroying our nations, stand up for the right
Came on Gammee magarsaa, Gammee magarsaa
Boombidhaan fixxi, fixxi, dhalli seexanootaa
Yaa waaqayyo, ilaali dhiiga dhangalahu
Maaf garaan kee uummata kanaaf hin bahuu?
Nurraa kaasi maaloo harka seexanichaa
Nurraa haa dhaabbatu booun saba keenyaa, booun saba keetii
[Chorus]
Maal balleesse hawwaasni Kuni? Kan boombiin dhumuuni, kan boombiin dhumuuni
Uuuuuuu, uuuuuuuu
Seexanaan hoogganamuu, maaloo dhiisaa mootummootaa
Waaqayyoon ajajamuu isatu furmaata, isatu furmaata
[Verse 2]
Waaqayyo nurraa dhaabi dhiiga dhangalahu, dhiiga dhangalahu
[Bridge]

[Outro]